Surah 95 · 8 verses · Ghali Apapur Apaghuna
Surah At-Tin in Oromo
بِسۡمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحۡمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
95:4
لَقَدۡ خَلَقۡنَا ٱلۡإِنسَٰنَ فِيٓ أَحۡسَنِ تَقۡوِيمٍ
Dhugumatti, Nuti nama dhaabbii irra gaarii ta'e keessatti isa uumne
95:5
ثُمَّ رَدَدۡنَٰهُ أَسۡفَلَ سَٰفِلِينَ
Ergasii bakka warra jalaa hundarra gadi aanaa ta'etti isa deebifne
95:6
إِلَّا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَعَمِلُواْ ٱلصَّٰلِحَٰتِ فَلَهُمۡ أَجۡرٌ غَيۡرُ مَمۡنُونٍ
Garuu isaan amananii gaggaarii dalagan isaaniif mindaa addaan hin cinnetu jira
95:7
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعۡدُ بِٱلدِّينِ
Kana booda maaltu mindaa [guyyaa Qiyaamaa] si kijibsiisa (kijibsiisutti si kaase)
95:8
أَلَيۡسَ ٱللَّهُ بِأَحۡكَمِ ٱلۡحَٰكِمِينَ
Sila Rabbiin irra murteessaa warra murteessanuu hin taanee
Translation: Ghali Apapur Apaghuna.